AFAAN AMAARAA, AFAAN TIGRII, FI AFAAN OROMOO WIIKIIPIDIYAA GUMAACHUU KESSATTI QORMAATA JIRU HUBACHUU
Date
2024
Journal Title
Journal ISSN
Volume Title
Publisher
Abstract
Qormaata gumaachitootni Wiikiipiidiyaa afaanota odeeffannoo baay’ee hin qabneen mudatan hubachuuf qorannoo gaggeessineen, qorannoo (1) marii waltajjii Wiikiipiidiyaa irraa ragaa xiinxallee (2) hirmaattonni 14 barruu Afaan Tigrii, Afaan oromo ykn Amaariffaan barreessuuf yaaluu isaanii ilaalle. Argannoo keenya irratti hundaa’uun teeknooloojiiwwan afaanii hunda hammate ijaaruuf yaada dizaayinii ni kennina. Barreeffama kana keessatti argannoowwan maxxansa keenya irraa argaman kanneen asitti argamuu danda’an gabaabsinee dhiyeessina.
Description
This a translation of the summary of the article: Hellina Hailu Nigatu, John Canny, Sarah Chasins. (2024). "Low-Resourced Languages and Online Knowledge Repositories: A Need-Finding Study" Proceedings of ACM Conference on Human Factors in Computing Systems (ACM CHI). https://doi.org/10.1145/3613904.3642605
Keywords
Afan Oromo, Afan Oromoo, WIIKIIPIDIYAA